LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 5
  • Uumamni Amanannaa Ogummaa Yihowaa Irratti Qabnu Nuuf Cimsa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Uumamni Amanannaa Ogummaa Yihowaa Irratti Qabnu Nuuf Cimsa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Kanniisni Baambilbiin Balaliʼa Isaa itti Toʼatu
    Qaamni Kana Tolche Jiraa?
  • Goondaawwan Rakkina Tiraafikaa kan Furan Akkamitti?
    Qaamni Kana Tolche Jiraa?
  • Dargaggootaa, Warra Keessaniif Garaa Keessan Banaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • “Ogummaan . . . Waaqayyoo Akkam Gad Fagoo Dha!”
    Yihowaatti Dhihaadhu
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 5
Suuraawwan garaa garaa: 1. Goondaawwan baala kutame baatanii jiran. 2. Kanniisa abaaboo irra marsaa jirtu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Uumamni Amanannaa Ogummaa Yihowaa Irratti Qabnu Nuuf Cimsa

Yihowaan wanta nuuf caalaatti gaarii taʼe yeroo hundumaa ni beekaa? Eeyyee! Kana amanuudhaan yommuu qajeelfama isaa hordofnu ogummaa akka qabnu argisiisna. (Fak 16:3, 9) Haa taʼu malee, yommuu qajeelfamni isaa yaada keenya irraa adda taʼu amanannaan qajeelfama isaa irratti qabnu qoramuu dandaʼa. Uumamawwan isaa irratti xiinxaluudhaan amanannaa ogummaa Yihowaa irratti qabnu cimsachuu dandeenya.—Fak 30:24, 25; Rom 1:20.

VIIDIYOO QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? GOONDAAWWAN RAKKINA TIRAAFIKAA KAN FURAN AKKAMITTI? JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Goondaawwan hedduun guyyaa guyyaadhaan maal hojjetu?

  • Goondaawwan rakkinni tiraafikaa akka hin uumamne kan godhan akkamitti?

  • Akkaataa goondaawwan itti sochoʼan irraa namoonni maal barachuu dandaʼu?

VIIDIYOO QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? AKKAATAA KANNIISNI BAAMBILBIIN BALALIʼA ISAA ITTI TOʼATU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Namoonni yeroo xiyyaara xixinnoo oofanitti rakkina akkamiitu isaan mudata?

  • Kanniisni baambilbii qilleensa cimaa taʼe keessatti rakkina malee kan balaliʼu akkamitti?

  • Namoonni yeroo booda ogummaa baambilbii irraa fayyadamuu kan dandaʼan akkamitti?

Naannoo keetti ogummaa Yihowaa uumama irratti mulʼate akkamii argiteetta?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi