LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 4
  • Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Ani . . . Dhaala Kee Ti”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Ija Jabina, Kutannoo fi Hinaaffadhaan Tarkaanfii Fudhateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kooruu fi Garmalee Ofitti Amanamuu Irraa Of Eegaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa

Israaʼelonni irra deddeebiʼanii qajeelfama Yihowaa gaafataniiru (Abo 20:17, 18, 23; w11 9/15 32 key. 2)

Israaʼeloonni maqaa isaa arrabsoo irraa qulqulleessuu irratti akka isaan gargaaru yeroo booda guutummaatti Yihowaatti amanamaniiru (Abo 20:26-28)

Qajeelfama Yihowaa barbaaduu fi guutummaatti isatti amanamuu keenya itti fufuu qabna (Abo 20:35; Luq 11:9; w11 9/15 32 key. 4)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleessi tokko barreeffamoota keenya Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan irraa gorsa argachuuf qorannaa gochaa jira. 2. Obboleessi sun doktara isaa wajjin mariʼachaa fi kaardii dhiigaa isaa itti argisiisaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yommuu qorumsi na mudatu dafeen gara Yihowaatti garagalaa? Ogummaa fi qajeelfama isaa argachuuf irra deddeebiʼee nan kadhadhaa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi