LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 22-23
  • Seensa Kutaa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 3
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan “Michuu Koo” Jedhee Isa Waameera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Michuu Yihowaa Taʼuu ni Dandeessa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Yihowaa Michuu Keenya Isa Gaarii
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Abrahaamii fi Saaraan Waaqayyoof Ajajamaniiru
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 22-23
Abrahaam Yisihaaqitti waaʼee urjiilee yommuu dubbatu

Seensa Kutaa 3

Waggoota Bishaan Badiisaa booda turanitti, Kitaabni Qulqulluun namoota Yihowaa tajaajilaa turan baayʼee muraasa caqaseera. Namoota Yihowaa tajaajilan keessaa tokko, Abrahaam isa michuu Yihowaa jedhamee beekamu ture. Michuu Yihowaa jedhamee kan waamame maaliifi? Warra yoo taatan, ijoolleen keessan Yihowaan dhuunfaatti xiyyeeffannaa akka isaaniif kennuu fi isaan gargaaruu akka barbaadu akka hubatan godhaa. Akkuma Abrahaamii fi namoota amanamoo kaan kan akka Looxii fi Yaaqoob jiranii, Yihowaan akka nu gargaaru sodaa tokko malee gaafachuu ni dandeenya. Yihowaan waadaa gale hunda akka raawwatu mirkanaaʼoo taʼuu ni dandeenya.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Salphaa taʼuu baatus, wanta Yihowaan isin irraa barbaadu hunda raawwadhaa

  • Waaqayyoo wajjin michoomuun wanta kam irra iyyuu guddaa kan caalu dha

  • Namootaaf dhiifama gochuunii fi dafnee nagaa uumuun keenya, wanta Yihowaa duratti baayʼee barbaachisaa taʼe dha

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi