- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
UUMAMA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Waaqayyo guyyaa torbaffaatti ni boqote (1-3)
Yihowaa, Waaqa samii fi lafa uume (4)
Dhiiraa fi dubartii iddoo biqiltuu Eedan keessa turan (5-25)
Namni biyyoo irraa ni tolfame (7)
Muka beekumsaa isa dhowwame (15-17)
Dubartiin uumamuu ishii (18-25)
3
4
5
6
Ilmaan Waaqayyoo lafa irratti dubartoota fuudhan (1-3)
Nefiliimonni ni dhalatan (4)
Hamminni ilmaan namootaa Yihowaa gaddisiise (5-8)
Noh doonii akka ijaaru itti himame (9-16)
Waaqayyo Bishaan Badiisaa akka dhufu labse (17-22)
7
8
Bishaan Badiisaa ni hirʼate (1-14)
Doonicha keessaa baʼuu (15-19)
Waadaa Waaqayyo lafa ilaalchisee gale (20-22)
9
Qajeelfama ilmaan namootaatiif kenname (1-7)
Kakuu sabbata waaqaa (8-17)
Raajiiwwan sanyii Noh ilaalchisee dubbataman (18-29)
10
11
12
13
Abraam gara Kanaʼaanitti deebiʼe (1-4)
Abraamii fi Loox gargar baʼan (5-13)
Waaqayyo waadaa Abraamiif gale irra deebiʼe (14-18)
14
15
16
17
Abrahaam abbaa saboota hedduu ni taʼa (1-8)
Kakuu dhaqna qabaa (9-14)
Maqaan Saaraay Saaraatti jijjiirame (15-17)
Ilma Yisihaaq jedhamu akka qabaatan waadaa galame (18-27)
18
Maleekonni sadii Abrahaam bira dhufan (1-8)
Saaraan ilma akka deessu waadaan ni galameef; ishiin ni kolfite (9-15)
Abrahaam Sodoomiif ni kadhate (16-33)
19
Maleekonni Loox bira dhaqan (1-11)
Looxii fi maatiin isaa akka baʼan itti himame (12-22)
Sodoomii fi Gomoraan ni balleeffaman (23-29)
Looxii fi ijoollee durbaa isaa (30-38)
20
21
Yisihaaq ni dhalate (1-7)
Ishmaaʼel Yisihaaqitti qoose (8, 9)
Aggaarii fi Ishmaaʼel ni ariʼaman (10-21)
Kakuu Abrahaam Abimelekii wajjin gale (22-34)
22
23
24
25
Abrahaam haadha manaa kan biraa fuudhe (1-6)
Abrahaam ni duʼe (7-11)
Ilmaan Ishmaaʼel (12-18)
Yaaqoobii fi Esaawu ni dhalatan (19-26)
Esaawu mirga angafummaa isaa gurgure (27-34)
26
Yisihaaqii fi Ribqaan Geraar keessatti (1-11)
Walitti buʼiinsa boolla bishaanii irratti kaʼe (12-25)
Kakuu Yisihaaq Abimelekii wajjin gale (26-33)
Haadhotii manaa Esaawu warra Heetota taʼan lamaan (34, 35)
27
Yaaqoob eebba Yisihaaq argate (1-29)
Esaawu eebba kan barbaade taʼus, yaada hin jijjiirranne (30-40)
Esaawu Yaaqoobiin ni jibbe (41-46)
28
29
Yaaqoob Raaheliin argate (1-14)
Yaaqoob jaalala Raaheliin qabame (15-20)
Yaaqoob Liyaa fi Raaheliin fuudhe (21-29)
Yaaqoob Liyaa irraa ilmaan afur ni dhalche: Ruuben, Simiʼoon, Leewwii fi Yihudaa (30-35)
30
Biilhaan Daanii fi Niftaalemiin ni deesse (1-8)
Zilfaan Gaadii fi Asheeriin ni deesse (9-13)
Liyaan Yisaakorii fi Zaabiloniin ni deesse (14-21)
Raahel Yoseefiin ni deesse (22-24)
Bushaayeewwan Yaaqoob ni baayʼatan (25-43)
31
Yaaqoob dhokatee gara Kanaʼaan dhaqe (1-18)
Laabaan Yaaqoobiin ni dhaqqabe (19-35)
Kakuu Yaaqoob Laabaanii wajjin gale (36-55)
32
Maleekonni Yaaqoobii wajjin wal argan (1, 2)
Yaaqoob Esaawuun argachuuf qophaaʼe (3-23)
Yaaqoob maleekaa tokkoo wajjin waldhaansoo qabe (24-32)
33
34
35
Yaaqoob waaqolii biyya ormaa ni balleesse (1-4)
Yaaqoob gara Beetelitti deebiʼe (5-15)
Biiniyaam ni dhalate; Raahel ni duute (16-20)
Ilmaan Israaʼel 12n (21-26)
Yisihaaq ni duʼe (27-29)
36
37
38
39
Yoseef mana Phoxifaar keessatti (1-6)
Yoseef haadha manaa Phoxifaar jalaa ni baqate (7-20)
Yoseef mana hidhaa keessatti (21-23)
40
41
Yoseef abjuu Faraʼoon ni hiike (1-36)
Faraʼoon Yoseefiin ol qabe (37-46a)
Yoseef midhaan irratti itti gaafatamaa taʼe (46b-57)
42
Obboloonni Yoseef gara Gibxii dhaqan (1-4)
Yoseef obboloota isaa ni argate; isaan ni qores (5-25)
Obboloonni isaa gara Yaaqoobitti deebiʼan (26-38)
43
Obboloonni Yoseef ammas gara Gibxii deeman; Biiniyaamii wajjin (1-14)
Yoseef ammas obboloota isaa wajjin wal arge (15-23)
Yoseef obboloota isaa wajjin afeerraa irratti argame (24-34)
44
45
46
Yaaqoobii fi maatiin isaa Gibxiitti galan (1-7)
Maqaa namoota Gibxiitti galanii (8-27)
Yoseef Gooshenitti Yaaqoobii wajjin wal arge (28-34)
47
Yaaqoob Faraʼoonii wajjin wal arge (1-12)
Bulchiinsa Yoseef isa gaarii (13-26)
Israaʼel Gooshen buufate (27-31)
48
49
50
Yoseef Kanaʼaan keessatti Yaaqoobiin awwaale (1-14)
Yoseef dhiifama gochuu isaa irra deebiʼee dubbate (15-21)
Guyyoota dhumaa Yoseefii fi duʼa isaa (22-26)