LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 1601-1960
  • Qabiyyee Ibrootaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Ibrootaa
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Ibrootaa

IBROOTA

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Waaqayyo karaa Ilma isaa dubbata (1-4)

    • Ilmi maleekota irra ni caala (5-14)

  • 2

    • Isa yeroo kaanii caalaa xiyyeeffannaa kennaa (1-4)

    • Wantoonni hundi Yesuusiif bitamaniiru (5-9)

    • Yesuusii fi obboloota isaa (10-18)

      • Bakka Buʼaa Guddaa fayyina isaaniif argamsiisu (10)

      • Luba ol aanaa gara laafessa (17)

  • 3

    • Yesuus Musee irra ni caala (1-6)

      • Wanta hundumaa kan tolche Waaqa dha (4)

    • Akeekkachiisa amantii dhabuu ilaalchisee kenname (7-19)

      • “Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan” (7, 15)

  • 4

    • Gara boqonnaa kootti hin galan (1-10)

    • Gorsa boqonnaa Waaqaatti galuu ilaalchisee kenname (11-13)

      • Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha (12)

    • Yesuus, luba ol aanaa isa guddaa (14-16)

  • 5

    • Yesuus luboota ol aanoo hunda irra ni caala (1-10)

      • Akka sirna Malkiseedeqitti (6, 10)

      • Rakkina irraa ajajamuu barate (8)

      • Fayyina bara baraatiif itti gaafatamummaan ni kennameef (9)

    • Akeekkachiisa bilchina dhabuu ilaalchisee kenname (11-14)

  • 6

    • Gara bilchinaatti deemuuf carraaquu (1-3)

    • Warri amantii irraa garagalan Ilma Waaqaa lammata muka irratti fannisu (4-8)

    • Abdii keessan mirkaneeffadhaa (9-12)

    • Waadaan Waaqni gale amansiisaa dha (13-20)

      • Waadaanii fi kakuun Waaqaa hin jijjiiramu (17, 18)

  • 7

    • Mootii fi luba addaa kan taʼe Malkiseedeq (1-10)

    • Caalmaa lubummaan Kiristoos qabu (11-28)

      • Kiristoos guutummaatti oolchuu ni dandaʼa (25)

  • 8

    • Dunkaana wantoota samiitiif fakkeenya taʼe (1-6)

    • Kakuu haaraa fi kakuu moofaa wal bira qabuu (7-13)

  • 9

    • Tajaajila qulqulluu iddoo qulqulluu lafa irra ture keessatti dhihaachaa ture (1-10)

    • Kiristoos dhiiga isaa qabatee gara samii seene (11-28)

      • Kakuu haaraadhaaf araarsaa taʼe (15)

  • 10

    • Aarsaan horii cubbuu balleessuu hin dandaʼu (1-4)

      • Seerichi gaaddidduu dha (1)

    • Aarsaa Kiristoos isa hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha dhihaate (5-18)

    • Daandii haaraa gara jireenyaatti geessu (19-25)

      • Walitti qabamuu keenya hin dhiisnu (24, 25)

    • Akeekkachiisa taʼe jedhanii cubbuu hojjechuu ilaalchisee kenname (26-31)

    • Jabaatanii dhaabbachuuf amanannaa fi amantiin barbaachisaa dha (32-39)

  • 11

    • Hiika amantii (1, 2)

    • Fakkeenyota amantii (3-40)

      • Amantii malee Waaqa gammachiisuun hin dandaʼamu (6)

  • 12

    • Yesuus Fiixaan Baasaa amantii keenyaa ti (1-3)

      • Dhugaa baatota akka duumessa guddaa taʼan (1)

    • Adaba Yihowaa hin tuffatin (4-11)

    • Miila keessaniif daandii qajeelaa qopheeffadhaa (12-17)

    • Yerusaalem ishii samiitti dhihaachuu (18-29)

  • 13

    • Gorsaa fi nagaa xumuraa (1-25)

      • Keessummoota simachuu hin dagatinaa (2)

      • Gaaʼelli kabajamaa haa taʼu (4)

      • Warra dura buutota taʼaniif ajajamaa (7, 17)

      • Aarsaa galataa dhiheessaa (15, 16)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi