- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
MULʼATA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Mulʼata Waaqayyo karaa Yesuus mulʼise (1-3)
Nagaa gumiiwwan torbaniif dhaamame (4-8)
Yohaannis hafuuraan gara guyyaa Gooftaatti geeffame (9-11)
Mulʼata Yesuus isa ulfina gonfate argisiisu (12-20)
2
Ergaa Efesooniif (1-7), Simirnaadhaaf (8-11), Phergaamooniif (12-17), Tiyaaxiraadhaaf ergame (18-29)
3
4
5
Maraa kitaabaa chaappaawwan torba qabu (1-5)
Hoolichi maraa kitaabaa sana fudhate (6-8)
Hoolichi chaappaawwan sana banuuf gaʼumsa qaba (9-14)
6
7
Maleekota arfan bubbeewwan badii geessisan qaban (1-3)
Warri 144,000 chaappaan itti godhame (4-8)
Tuuta uummataa guddaa uffata aʼadii uffatan (9-17)
8
Chaappaan inni torbaffaan ni baname (1-6)
Malakatawwan jalqabaa arfan ni afuufaman (7-12)
Wayyoon sadii ni labsame (13)
9
Malakata shanaffaa (1-11)
Wayyoon tokko darbeera, wayyoon lama ni dhufu (12)
Malakata jaʼaffaa (13-21)
10
11
Dhugaa baatota lamaan (1-13)
Uffata gaddaa uffatanii guyyoota 1,260f raajii dubbachuu (3)
Ajjeefamanii utuu hin awwaalamin hafan (7-10)
Guyyaa sadii fi walakkaa booda gara jireenyaatti deebiʼan (11, 12)
Wayyoon inni lammaffaan darbeera, wayyoon inni sadaffaan dhufaa jira (14)
Malakata torbaffaa (15-19)
12
Dubartittii, ilma ishii fi jawwicha (1-6)
Mikaaʼel jawwichaa wajjin wal lole (7-12)
Jawwichi dubartittii irratti ariʼatama geessise (13-17)
13
Bineensi mataa torba qabu galaana keessaa baʼe (1-10)
Bineensi gaanfa lama qabu lafa keessaa baʼe (11-13)
Bifa fakkeenyaa bineensa mataa torba qabuu (14, 15)
Mallattoo fi lakkoofsa bineensichaa (16-18)
14
Hoolichaa fi warra 144,000 (1-5)
Ergaa maleekonni sadan dabarsan (6-12)
Namoonni tokkummaa Kiristoos wajjin qaban eeganii duʼan gammadoo dha (13)
Makara lafaa lamaan (14-20)
15
16
17
18
Kufaatii “Baabilon Guddittii” (1-8)
Kufaatii Baabilonitti gadduu (9-19)
Samii keessatti kufaatii Baabilonitti gammaduu (20)
Baabilon akka dhagaatti galaanatti darbatamti (21-24)
19
Murtiiwwan isaatiif Yaahiin jajadhaa! (1-10)
Isa farda adii gulufu (11-16)
Irbaata Waaqayyoo isa guddaa (17, 18)
Bineensichi ni injifatame (19-21)
20
Seexanni waggaa 1,000f ni hidhame (1-3)
Warra Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan (4-6)
Seexanni ni hiikama, achiis ni balleeffama (7-10)
Warri duʼan teessoo adii duratti murtiin isaaniif kenname (11-15)
21
22