LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 5
  • Dubbii Waaqayyoo Irraa Baradhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dubbii Waaqayyoo Irraa Baradhu
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Dubbii Waaqayyoo Irraa Baradhu

Dubbii Waaqayyoo Irraa Baradhu

Kitaabni Qulqulluun ergaa ykn dubbii Waaqayyoo qabateera. Jireenya milkaaʼina qabu jiraachuu fi Waaqayyo duratti fudhatama argachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe nuuf ibsa. Akkasumas, gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kenna:

  1. 1 Waaqayyo eenyu?

  2. 2 Waaʼee Waaqayyoo barachuu kan dandeessu akkamitti?

  3. 3 Kitaaba Qulqulluu kan barreesse eenyu?

  4. 4 Kitaabni Qulqulluun saayinsii wajjin wal simaa?

  5. 5 Dhaamsi Kitaaba Qulqulluu maali dha?

  6. 6 Kitaabni Qulqulluun waaʼee Masiihichaa raajii akkamii dubbate?

  7. 7 Kitaabni Qulqulluun waaʼee bara keenyaa raajii akkamii dubbata?

  8. 8 Rakkina namoota irra gaʼuuf kan itti gaafatamu Waaqayyo dhaa?

  9. 9 Rakkinni namoota irra kan gaʼu maaliifi?

  10. 10 Kitaabni Qulqulluun waaʼee gara fuulduraa abdii akkamii kenna?

  11. 11 Namni yeroo duʼu maal taʼa?

  12. 12 Namoota duʼan ilaalchisee abdii akkamii qabna?

  13. 13 Kitaabni Qulqulluun hojii ilaalchisee maal jedha?

  14. 14 Qabeenya keetti ogummaadhaan fayyadamuu kan dandeessu akkamitti?

  15. 15 Gammachuu argachuu kan dandeessu akkamitti?

  16. 16 Dhiphina moʼuu kan dandeessu akkamitti?

  17. 17 Kitaabni Qulqulluun maatii kee gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

  18. 18 Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

  19. 19 Kitaabonni Kitaaba Qulqulluu ergaa akkamii qabu?

  20. 20 Dubbisa Kitaaba Qulqulluu kee irraa faayidaa argachuu kan dandeessu akkamitti?

AKKAATAA CAQASA KITAABA QULQULLUU BAAFACHUUN ITTI DANDAʼAMU

Kitaabni Qulqulluun kitaabota xixinnoo 66 kan qabu yeroo taʼu, kutaa lamatti hirama; isaanis Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa fi Afaan Aaraam (“Kakuu Moofaa”), akkasumas Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii (“Kakuu Haaraa”) dha. Kitaabonni hundi boqonnaa fi lakkoofsaan qoqqoodamaniiru. Caqasni yeroo caqasamu lakkoofsi maqaa kitaabichaatti aanee jiru boqonnaa kan argisiisu yeroo taʼu, inni boqonnaatti aanee jiru immoo lakkoofsa ykn lakkoofsota argisiisa. Fakkeenyaaf, Uumama 1:1 jechuun Uumama boqonnaa 1, lakkoofsa 1 jechuu dha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi