LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g16 Lakk. 6 ful. 16
  • Baafata Mata Duree Dammaqaa! 2016

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree Dammaqaa! 2016
  • Dammaqaa!—2016
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • AMANTII
  • BINEENSOTAA FI BIQILTOOTA
  • BIYYOOTAA FI NAMOOTA
  • DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
  • FAYYAA FI YAALII FAYYAA
  • GAAFANNOO
  • JIREENYA HAWAASUMMAA
  • KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?
  • MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA
  • NAMOOTA SEENAA KEESSATTI YAADATAMAN
  • SAAYINSII
Dammaqaa!—2016
g16 Lakk. 6 ful. 16

Baafata Mata Duree Dammaqaa! 2016

“Yeroo barbaachisaa taʼetti barruulee kana nuuf qopheessuu keessaniif isinan galateeffadha.” —Eemii

Eemiin ijoollee waan qabduuf mata dureewwan Dammaqaa! irratti baʼan akka ishii gargaaran dubbatteetti. Akkuma ishii dubbistoonni miliyoonaan lakkaaʼaman barruu jiʼa lamatti takkaa baʼu dubbisuudhaan faayidaa argataniiru. Mata dureewwan 2016⁠tti baʼanii fi armaan gaditti argaman www.jw.org/om irra argachuun ni dandaʼama.

AMANTII

  • Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Gaarii Qofa Dhaa? Lakk. 2

  • Kitaabni Qulqulluun Saalqunnamtii Saala Wal Fakkaatu Gidduutti Raawwatamu Ilaalchisee Maal Jedha? Lakk. 3

  • Yesuus Dhuguma Jiraateeraa? Lakk. 5

BINEENSOTAA FI BIQILTOOTA

  • Kilaawun Fiishi: Lakk. 6

  • Maakaawoo: Lakk. 2

BIYYOOTAA FI NAMOOTA

  • Leektanistaayin: Lakk. 1

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • “Tooftaa Barsiisuu Haaraa Dha!” (jw.org): Lakk. 5

  • Waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa Maal Beekta? Lakk. 1

FAYYAA FI YAALII FAYYAA

  • Alarjiin Nyaataa fi Nyaanni Sifaaʼuu Diduun Garaa Garummaan Isaanii Maali Dha? Lakk. 3

  • Dhukkubaan Qabamuu Irraa Of Eeguu kan Dandeessu Akkamitti?: Lakk. 6

GAAFANNOO

  • Hayyuun Imbiriyooloojii Amantii Isaa Ibse (Y. Shiwu): Lakk. 2

JIREENYA HAWAASUMMAA

  • Ijoollee Keessan Waaʼee Saalqunnamtii Barsiisaa: Lakk. 5

  • Ijoolleen Keessan Jijjiirama Umurii Dargaggummaa Wajjin Akka Wal Baran Gargaaraa: Lakk. 2

  • Kabaja Argisiisuun kan Dandaʼamu Akkamitti? (gaaʼela): Lakk. 6

  • Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? Lakk. 1

  • Rakkina Irratti Mariʼachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? (maatii): Lakk. 3

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

  • Amantii: Lakk. 3

  • Galateeffachuu: Lakk. 5

  • Saʼaatii Kabajuu: Lakk. 6

  • Samii: Lakk. 1

  • Yaaddoo: Lakk. 2

MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA

  • Barsiifata Kee Toʼachuu kan Dandeessu Akkamitti? Lakk. 3

  • Ilaalchi Jijjiirama ni Fida! Lakk. 1

NAMOOTA SEENAA KEESSATTI YAADATAMAN

  • Aristootil: Lakk. 5

  • Iraasamas, Deesiideeryus: Lakk. 6

  • Yesuus: Lakk. 5

SAAYINSII

  • Dandeettii Maariin Maasil Wanta Tokkotti Maxxanuuf Qabu: Lakk. 6

  • Dandeettii Qurxummiin Kaatilfiish Bifa Jijijjiiruuf Qabu: Lakk. 1

  • Elamantii Dinqisiisaa (kaarboonii): Lakk. 5

  • Morma Goondaa: Lakk. 3

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi