LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g20 Lakk. 1 ful. 16
  • “Garaan Tasgabbii Qabu Qaamaaf Jireenya Kenna”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Garaan Tasgabbii Qabu Qaamaaf Jireenya Kenna”
  • Dammaqaa!—2020
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • HIRIYOOTA GAAʼELAATIIF
  • WARRAAF
  • DARGAGGOOTAAF
  • Caalaatti Barachuu ni Barbaaddaa?
    Dammaqaa!—2021
  • Dargaggoonni Baayʼeen Dhibee Sammuutiif Saaxilamaa Jiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Maatii Kabajuun
    Dammaqaa!—2024
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2015
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2020
g20 Lakk. 1 ful. 16

“Garaan Tasgabbii Qabu qaamaaf Jireenya Kenna”

Abbaan manaa fi haati manaa tokko taableetii isaaniirraa yommuu waliin dubbisan.

Jechoonni Fakkeenya 14:30 irratti argaman kun waggoota kuma sadi dura kan barreeffamanidha. Jechoonni kun ogummaa yeroon itti hin darbinee fi Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu calaqqisiisu. Caalaatti barachuu yoo barbaadde weebsaayitii jw.org jedhamu ilaali. Weebsaayiticharratti viidiyoo, animeeshinii, gaafannoo fi mata dureewwan dhiphinarraa boqonnaa argachuu dabalatee dhimmoota garaagaraatti si fayyadan hedduu argatta. Isaan keessaa tokko tokko armaan gaditti ibsamaniiru:

HIRIYOOTA GAAʼELAATIIF

  • Walitti Bu’iinsawwan Uumaman Hiikuu

  • Firoota Keessanii Wajjin Nagaa Qabaachuu kan Dandeessan Akkamitti?

  • Akkaataa Rakkina Furuun Itti Dandaʼamu

WARRAAF

  • Mucaa Keessan Isa Dargaggeessa Taʼee Wajjin Haasaʼuu kan Dandeessan Akkamitti?

  • Ijoolleen Keessan Jijjiirama Umurii Dargaggummaa Wajjin Akka Wal Baran Gargaaraa

  • Ijoollee Keessan Eegaa

DARGAGGOOTAAF

  • Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moʼi

  • Hirriiba Gaʼaa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

  • Warra Koo Wajjin Walii Galuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi