Ittiin Baafata
Ebla-Waxabajjii 2015
© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Macaafni Qulqulluun Yeroo Harʼaatti Ni Fayyadaa?
FUULA 3-7
INTARNEETII IRRATTI
ANIMEESHINII GABATEE ADII IRRATTI HOJJETAME
Intarneetiidhaan hiriyoota kee ennaa qunnamtu yeroo gammachiisaa dabarsi, akkasumas of eeggannoo godhi.
(Ingiliffaan argama BIBLE TEACHINGS > TEENAGERS)
VIIDIYOO
Kaaleebii fi Soofiyaan kennuun faayidaa akka qabu kan baratan akkamitti akka taʼe viidiyoo kana irraa ilaali.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > CHILDREN jalaa ilaali)