Ittiin Baafata
Adoolessa-Fulbaana 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Maaliifan Jiraadha?
1 Haalawwan Waan Jijjiiramaniif
FUULA 4-7
10 Namoonni Miliyoonaan Lakkaaʼaman Rakkina Keessa Jiru—Isaan Gargaaruun Ni Dandaʼamaa?
INTARNEETIIRRATTI
DARGAGGOOTA
Kanneen armaan gadii dabalatee, deebii Macaafni Qulqulluun gaaffiiwwan addaddaatiif kennu ilaali:
• “Waaʼee Seekstiingii Maal Beekuutu Narra Jira?”
• “Kophummaan Yoo Natti Dhagaʼame Maalan Godha?”
• “Yoo Na Sossodaachisan Maal Gochuun Dandaʼa?”
Akkasumas viidiyoo fakkii What’s a Real Friend? jedhamu ilaali.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > TEENAGERS jalaa ilaali)
IJOOLLEE
Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkeenyaan ibsame ilaali. Fuula gilgaala qabatee jirutti fayyadamuudhaan, ijoolleenkee waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamaniifi seera amalaa inni qabatee jiru ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifatan gargaari.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > CHILDREN) jalaa ilaali)