Ittiin Baafata
Onkoloolessa-muddee 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Nagaa Uumuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
FUULA 3-6
12 Dhukkuba Sukkaaraatiin Qabamuu Hirʼisuun Ni Dandaʼamaa?
INTARNEETIIRRATTI
DARGAGGOOTA
Kanneen armaan gadii dabalatee, deebii Macaafni Qulqulluun gaaffiiwwan addaddaatiif kennu ilaali:
• “Seera Isaan Baasanirratti Warrakoo Wajjin Mariʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?”
• “Hiriyummaa Keenya Addaan Kutuu Qabnaa?”
Akkasumas, viidiyoo Waat Yuur Piirsi Say—Helzii Laayfistaayalsi jedhu ilaali.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > TEENAGERS jalaa ilaali)
IJOOLLEE
Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkiidhaan ibsame ilaali. Fuula gilgaala qabatee jirutti fayyadamuudhaan, ijoolleenkee waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamaniifi seera amalaa inni qabatee jiru ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifatan gargaari.
(Ingiliffaan argama. CHILDREN jalaa ilaali)