Ittiin Baafata
Amajjii-bitootessa 2015
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Gammachuu Qabaachuuf Wantoota Barbaachisan
FUULA 4-7
12 Yeroo Baayʼee Na Barbaachisuttan Abdii Argadhe
INTARNEETII IRRATTI
DARGAGGOOTA
Kanneen armaan gadii dabalatee, deebii Macaafni Qulqulluun gaaffiiwwan adda addaatiif kennu ilaali:
• “Baayʼee Dhiphachuu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?”
• “Namoota Gargaaruu Kanan Qabu Maaliifi?”
Akkasumas, viidiyoo Hiriyoonni Kee Maal Jedhu—Qarshii jedhu ilaali.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > TEENAGERS jalaa ilaali)
IJOOLLEE
Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkiidhaan ibsame ilaali. Fuula gilgaala qabatee jirutti fayyadamuudhaan, ijoolleen kee waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamanii fi seera amalaa inni qabatee jiru ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifatan gargaari.
(Ingiliffaan argama BIBLE TEACHINGS > CHILDREN jalaa ilaali)