Ittiin Baafata
Ebla-Waxabajjii
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.
INTARNEETIIRRATTI
DARGAGGOOTA
Kanneen armaan gadii dabalatee, deebii Macaafni Qulqulluun gaaffiiwwan addaddaatiif kennu ilaali:
• “Am Waaʼeen Bifa Kootii Garmalee Na Yaaddessaa?”
• “Michuun Dhugaa Nama Akkamiiti?”
• “Waaʼee Seekstiingii Maal Beekuutu Narra Jira?”
Akkasumas viidiyoo, “What Your Peers Say—Healthy Lifestyles” jedhu ilaali.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > TEENAGERS jalaa ilaali)
IJOOLLEE
Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkeenyaan ibsame ilaali. Fuula gilgaala qabatee jirutti fayyadamuudhaan ijoolleenkee waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamaniifi seera amalaa inni qabatee jiru ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifatan gargaari.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > CHILDREN jalaa ilaali)