Ittiin Baafata
Amajjii-Bitootessa 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Wantoota Sadan Qarshiin Bituu Hin Dandeenye
FUULA 4-7
INTARNEETIIRRATTI
DARGAGGOOTA
Kanneen armaan gadii dabalatee, gaaffiiwwan hedduu dargaggoonni gaafataniif deebii Macaafni Qulqulluun kennu ilaali:
• “Yoo Na Sossodaachisan Maal Gochuun Dandaʼa?”
• “Am Waaʼeen Bifakootii Garmalee Na Yaaddessaa?”
• “Dhibee Fayyaa Yoon Qabaadhe Maalan Godha?”
Akkasumas viidiyoo, “What Your Peers Say About Body Image.” jedhu ilaali.
Macaafni Qulqulluun dargaggoonni rakkina isaan mudatu karaa milkaaʼina qabuun moʼuuf kan isaan gargaaru akkamitti akka taʼe baradhu.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > TEENAGERS jalaa ilaali)
IJOOLLEE
Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkeenyaan ibsame ilaali. Fuula gilgaala qabatee jirutti fayyadamuudhaan ijoolleenkee waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamaniifi seera amalaa inni qabatee jiru ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifatan gargaari.
(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > CHILDREN)