Ittiin Baafata
Adoolessa-Fulbaana, 2015
© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Ijoollee Adabuun Hafaa Jiraa?
FUULA 3-7
12 “Waaqayyo Akka Dandamannu Nu Gargaareera”
INTARNEETII IRRATTI
MATA DUREEWWAN
Mata dureen kun, qabiyyeen tapha viidiyoowwanii maal akka taʼee fi taphawwan kana irratti yeroo hammamii akka dabarsitu qoruuf si gargaara.
(Amaariffaan ni argama. የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > ወጣቶች kan jedhu jalaa ilaali)
VIIDIYOOWWAN
Michuu Yihowaa Taʼi
Dhiifama Namaaf Godhi
Viidiyoo ijoolleedhaaf qophaaʼe kana irraa, akkaataa Soofiyaan obboleessa ishee balleessaa ishee aarsu raawwateef dhiifama gochuu itti baratte ilaali.
Kaaleebii fi Soofiyaan kennuun faayidaa akka qabu kan baratan akkamitti akka taʼe viidiyoo kana irraa ilaali.
(Amaariffaan ni argama. የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > ልጆች kan jedhu jalaa ilaali)