LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g16 Lakk. 1 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Dammaqaa!—2016
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2015
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2014
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2015
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2015
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2016
g16 Lakk. 1 ful. 1-2

Ittiin Baafata

No. 1 2016

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Ilaalchi nama tokkoo akkaataa inni ykn ishiin rakkinaaf furmaata itti kennan irratti dhiibbaa ni geessisaa?

Maal jetta?

  • Eeyyee

  • Lakki

  • Haala isaa irratti kan hundaaʼe dha

Kitaabni Qulqulluun maal jedha? “Ati bara rakkinaatti yoo raafamte, humni kee muraasa.”—Fakkeenya 24:10.

3 MATA DUREE FUULA JALQABAA

Ilaalchi Jijjiirama ni Fida!

MATA DUREEWWAN DABALATAA

7 Waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa Maal Beekta?

10 GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

12 BIYYOOTAA FI UUMMATA

Leektanistaayiniin haa Daawwannu

14 KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Samii

16 QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Qurxummiin Kaatilfiish Bifa Jijijjiiruuf Qabu

INTARNEETII IRRATTI

MATA DUREEWWAN

JIREENYAA FI DUʼA

Yeroo Duutu Maal Taata?

Deebiin Kitaaba Qulqulluu si dinqisiisuu hin oolu.

(Amaariffaan ni argama. የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > የመጽሐፍ ቅዱስ ጥያቄዎችና መልሶቻቸው kan jedhu jala ilaali)

VIIDIYOOWWAN

DARGAGGOOTA

Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?

Viidiyoo wanta dargaggoonni rakkina jireenya keessatti mudatu ilaalchisee dubbatan qabate ilaali.

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS > CHILDREN jalaa ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi