SAANDUQA 7A
Saboota Yerusaalemiin Marsanii Jiran
Dh.K.D. n. 650-300
DURAA DUUBA YEROO (BAROONNI HUNDI DH.K.D. DHA)
620: Baabilon Yerusaalemiin bulchuu jalqabde
Nebukadnezaar mootii Yerusaalem gibira kaffalchiisuu jalqabe
617: Baabilon Yerusaalem keessaa namoota jalqabaa fudhatte
Bulchitoonni, loltoonni jajjaboonii fi namoonni ogeeyyii harkaa taʼan gara Baabilonitti geeffaman
607: Baabilon Yerusaalemiin balleessite
Magaalattiinii fi manni qulqullummaa ishii ni barbadeeffaman
607 booda: Xiiros, ishii lafa irraa
Nebukadnezaar waggoota 13f Xiiros irratti haleellaa bane. Xiiros ishii lafa irra kan injifate yeroo taʼu ishiin odola irraa garuu hin injifatamne
602: Amoonii fi Moʼaab
Nebukadnezaar Amoonii fi Moʼaabiin weerare
588: Baabilon Gibxiin injifatte
Nebukadnezaar bara bulchiinsa isaa waggaa 37ffaatti Gibxiin weerare
332: Xiiros, ishii odola irraa
Loltoonni Giriikii Aleeksaandar Guddichaan hoogganaman magaalaa Xiiros ishii odola irra jirtu balleessan
332 ykn isa dura: Filisxeem
Aleeksaandar Gaazaa ishii magaalaa guddoo Filisxeem taate injifate
Iddoowwan Kaarticha Irratti Mulʼatan
GIRIIKII
GALAANA GUDDAA
(GALAANA MEDITIRAANIYAA)
XIIROS
Siidoon
Xiiros
Samaariyaa
Yerusaalem
Gaazaa
FILISXEEM
GIBXII
BAABILON
AMOON
MOʼAAB
EDOOM