Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu
WAGGAA 3FI ISAA GADIIF
Furiin, michuunsaa akka dhukkubsate dhagaʼe.
Kanaaf akkas jedhe: “Waan tokko gochuun qaba.
Akka inni dafee fayyufeel better xalayaanletter barreessaaf; achiis nan ergaaf!”deliver
Gaarummaa argisiisi; lamaan keessaniyyuu ni gammaddu! 1 Phexros 3:8
WANTA GOCHUU QABDU
Mucaankee wantoota kana akka sitti argisiisu gaafadhu:
Mana Minjaala Furii
Aduu Simbira Muka
Michuukee dhukkubsate tokko caqasiitii, isa jajjabeessuuf maal gochuu akka dandeessan mucaakee wajjin mariʼadhu.