LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp17 Lakk. 2 ful. 16
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Guyyoota dhumaa” keessa jiraachaa jirraa?
  • Ilmaan namootaa gara fuulduraatti abdii akkamii qabu?
  • Dhumni Addunyaa Dhihaateeraa?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Kan Jiraannu “Guyyoota Gara Dhumaa” Keessadhaa?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Mallattoon “Guyyoota” ykn “Bara Dhumaa” Maalidha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • “Guyyoota Gara Dhumaa” Keessa Akka Jirru Akkamitti Beekuu Dandeenya?
    Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
wp17 Lakk. 2 ful. 16
Gaʼeessonnii fi ijoolleen jireenya Jannata keessa jirutti gammadaa jiru

Namoonni guyyoota dhumaa irraa oolan lafa jannata taate irra jiraatu

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

“Guyyoota dhumaa” keessa jiraachaa jirraa?

Ati maal jetta?

  • Eeyyee

  • Lakki

  • Taʼuu dandaʼa

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

“Guyyoota dhumaatti yeroon addaa baayʼee rakkisaa taʼe [ni dhufa].” (2 Ximotewos 3:1) Raajiin Kitaaba Qulqulluu fi wantoonni yeroo ammaatti raawwatamaa jiran, “guyyoota dhumaa” keessa akka jirru argisiisu.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Guyyoonni dhumaa waraana, beela, kirkira lafaa fi dhukkuboota namoota galaafataniin adda baafamee beekama.—Maatewos 24:3, 7; Luqaas 21:11.

  • Guyyoota dhumaatti, gama naamusaa fi jireenya hafuuraatiin ilmaan namootaa irra kufaatii guddaatu gaʼaa jira.—2 Ximotewos 3:2-5.

Ilmaan namootaa gara fuulduraatti abdii akkamii qabu?

Namoonni tokko tokko, guyyoonni dhumaa badiisa lafaa fi badiisa wantoota irra jiran hundumaatiin xumuramu jedhanii amanu; kaan immoo haalli amma jiru ni fooyyaʼa jedhanii abdatu. Ati hoo maal jetta?

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

“Warri qajeelonni biyya in qabaatu [“lafa indhaalu,” hiika bara 1899], yeroo hundumaafis keessa in taaʼu.”—Faarfannaa 37:29.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Guyyoota dhumaatti hamminni hundi ni balleeffama.—1 Yohaannis 2:17.

  • Lafti gara jannataatti jijjiiramti. —Isaayaas 35:1, 6.

Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa “Guyyoota dhumaa” ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 9⁠ffaa ilaali

Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi