LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Ebla ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maree Fakkeenya Ta’u
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Ebla ful. 1
Cheek Rippuubliikitti qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu yommuu geggeeffamu

Cheek Rippuubliikitti qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu yommuu geggeeffamu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Jireenya gammachuu qabu jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalchisee gorsa gaarii eessaa arganna?

Caqasa: Far 1:1, 2

Yeroo Itti Aanuuf: Qarshii fi qabeenya jaallachuun gammachuu keenya irratti dhiibbaa akkamii qabaachuu dandaʼa?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Qarshii fi qabeenya jaallachuun gammachuu keenya irratti dhiibbaa akkamii qabaachuu dandaʼa?

Caqasa: 1Xi 6:9, 10

Yeroo Itti Aanuuf: Ilaalcha gaarii qabaachuun faayidaawwan akkamii qaba?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Ilaalcha gaarii qabaachuun faayidaawwan akkamii qaba?

Caqasa: Fak 17:22

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkinni kan jiru taʼus maatiin milkaaʼina argachuu kan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi