LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp23 Lakk. 1 ful. 5
  • Waaqayyo Siif Yaada

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyo Siif Yaada
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Duʼuun Barbaada—Waaʼee Of Ajjeesuu Yaadaan Jira Yoo Taʼe Gama Kanaan Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu Dandaʼaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Kitaaba Qulqulluu Keessaa Yaada Na Jajjabeessu Argachuu Nan Dandaʼaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Waaqayyo Dhibeen Sammuu Akka Badu Waadaa Galeera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
  • Dhibee Addunyaa Maratti Babalʼate
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
wp23 Lakk. 1 ful. 5
Dargaggeessa siree isaa bira lafa taaʼee Kitaaba Qulqulluu dubbisu.

Waaqayyo Siif Yaada

KITAABNI QULQULLUUN Dubbii Waaqayyoo waan taʼeef, gorsa hundarra caalu qabateera. Kitaaba yaalii fayyaa taʼuu baatus haala nama dhiphisu, yaadaa fi miira nama jeequ, akkasumas dhibee qaamaa fi sammuu cimaa taʼe dandamachuuf nu gargaara.

Hunda caalaammoo, Kitaabni Qulqulluun Uumaa keenya kan taʼe Yihowaana eenyuyyuu caalaa yaadaa fi miira keenya akka nuuf hubatu nuuf mirkaneessa. Inni rakkina nu mudatu kamirrattiyyuu nu gargaaruuf fedhii guddaa qaba. Mee caqasoota Kitaaba Qulqulluu nama jajjabeessan lama akka fakkeenyaatti haa ilaallu:

“Yihowaan warra garaan isaanii cabetti dhihoo dha; warra hafuurri isaanii caccabes ni oolcha.”—FAARFANNAA 34:18.

“Ani Waaqni kee Yihowaan, isa harka kee mirgaa qabee, ‘Hin sodaatin. Ani sin gargaara’ siin jedhu sana dha.”—ISAAYYAAS 41:13.

Maarree, Yihowaan dhibee sammuu akka dandamannu kan nu gargaaru akkamitti? Akkuma mata duree ittaanurratti ilaallutti, Yihowaan baayʼee akka nuuf yaadu karaa hedduudhaan argisiiseera.

a Yihowaan maqaa Waaqayyooti.—Faarfannaa 83:18.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi