LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w23 Fulbaana ful. 32
  • Yaada Qorannaadhaaf Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaada Qorannaadhaaf Taʼu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gilgaalota Ijoollee
  • Tajaajila Keessan Irratti Weeb Saayitii jw.org Fayyadamaa—“Michuu Yihowaa Taʼi”
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Ijoollee Keessan Barsiisuuf Weeb Saayitii Keenyatti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • JW.ORG Irraa Ogummaa Guyyaa Guyyaadhaan Isin Fayyadu Argadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Maatii Kabajuun
    Dammaqaa!—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
w23 Fulbaana ful. 32

Yaada Qorannaadhaaf Taʼu

Gilgaalota Ijoollee

Warri ijoollee isaanii waaʼee Yihowaa barsiisuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu. (Efe. 6:4) Jaarmiyaan Yihowaa warra gargaaruuf jecha meeshaalee garaa garaa qopheesseera. Maarree, ijoollee keessan leenjisuuf meeshaalee kanatti fayyadamuu kan dandeessan akkamitti?

  • Filannaawwan jiran ilaalaa. JW.ORG viidiyoowwanis taʼe gilgaalota irratti barreessuu ykn fakkii irratti kaasuu dandaʼan dabalatee wantoota ijoolleedhaaf qophaaʼan garaa garaa qabateera.a Wantoota kana argachuuf saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti “Ijoollee” ykn “Dargaggoota” jedhaa barreessaa.

  • Wanta mucaa keessaniif taʼu filadhaa. Kutaa “Ijoollee” jedhu jalaa viidiyoo, faarfannaa ykn mata duree mucaa keessaniif akka taʼu yaaddan filachuu dandeessu. Kana argachuuf, “Piroojektii Waaqeffannaa Maatii” jedhaa barbaadaa.

  • Isaan wajjin taʼaa. Mucaan keessan akka ittiin qabamu gochuuf qofa viidiyoowwan keenya akka ilaalu ykn gilgaalota qophaaʼan akka guutu hin godhinaa. Kanaa mannaa, mucaa keessan wajjin irratti mariʼadhaa, akkasumas michummaa Yihowaa wajjin qabu akka cimsatu isa gargaaraa.

a Appilikeeshiniin JW Library® yeroo ammaatti viidiyoowwan ijoolleedhaaf qophaaʼan hunda kan qabate taʼus, gilgaalota irratti barreessuun ykn fakkii irratti kaasuun dandaʼamu hunda achirraa hin argannu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi