LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w23 Muddee ful. 32
  • Muuxannoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muuxannoo
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Namoota Hundaaf Garaa Laafuu
  • Gara Laafina Yihowaa Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • “Gara Laafina Guddaa Waaqa Keenyaa”
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Rakkina Guddaadhaaf Qophoofteettaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Tajaajilli Keenya Hojii Oo’a Qabaachuu Argisiisudha
    Tajaajila Mootummaa—2006
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
w23 Muddee ful. 32

Muuxannoo

Namoota Hundaaf Garaa Laafuu

Gaaf tokko obboleettiin Niiwu Ziilaandi keessa jiraattu takka viidiyoo, ‘Waliif Yaadaa’ jedhu ilaaltee turte; viidiyoon kun Yihowaan namootaaf garaa laafuu qofa utuu hin taʼin gara laafina akka isaanitti argisiisus ni ibsa. (Isa. 63:7-9) Achiis gargaarsa qabatamaa kennuudhaan barumsa argatte hojiirra oolchuuf murteessite. Guyyuma sana gara boodaarra utuma waa bibbitachaa jirtuu dubartii mana hin qabne tokko argitee wanta nyaattu bituufii akka barbaaddu itti himte. Dubartiin sunis tole jette. Obboleettiin sun nyaata fiddee yeroo deebitu tiraaktii Rakkinni Ni Badaa? jedhamutti fayyadamtee dhugaa baateef.

Yeroo kanatti dubartiin sun booʼuu jalqabde. Achiis dhugaa keessatti kan guddatte taʼus waggoota hedduu dura dhugaa akka dhiiste dubbatte. Yeroo dhihoodhaa asitti garuu gara isaatti deebiʼuuf akka ishii gargaaru Yihowaa kadhachaa turte. Obboleettiin sunis Kitaaba Qulqulluu kenniteefii qoʼannaa akka jalqabdu qophii ishiidhaaf gooteetti.a

Nutis fakkeenya Yihowaa hordofuudhaan firoottan keenyaa fi obboloota gumii keessa jiran dabalatee namootatti gara laafina argisiisuu ni dandeenya. Carraa warra kaaniif dhugaa itti baanu barbaaduudhaanis gara laafina isaanitti argisiisuu dandeenya.

a Namoota qabbanaaʼan gargaaruun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe beekuuf Masaraa Eegumsaa Waxabajjii 2020 irraa mata duree, “Gara Kootti Deebiʼaa!” jedhu ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi