LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 warra umuriin isaanii waggaa 30+ hamma 50+ taʼee fi garee dunkaana walgaʼii keessatti hojjechuuf ramadame keessatti argaman hundumaa lakkaaʼaa.+

  • 2 Saamuʼel 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Daawit yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 30 ture; inni waggaa 40f ni bulche.+

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi