LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kottaa, Ishmaaʼelotatti isa haa gurgurru;+ harka keenyas isa irratti hin kaasnu. Inni obboleessa keenya dha; foon keenya dhas.” Kanaafuu, isaan obboleessa isaanii ni dhagaʼan.

  • Uumama 37:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Ijoolleen dhiiraa isaa hundii fi ijoolleen durbaa isaa hundi isa jajjabeessuuf yaalii kan godhan taʼus, inni garuu jajjabaachuu dide; inni, “Ani ilma kootiif utuman gadduu gara Awwaalaatti* gad nan buʼa!”+ jedha ture. Abbaan isaa isaaf booʼuu isaa itti fufe.

  • Uumama 44:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Nutis gooftaa kootiif, ‘Abbaa maanguddoo taʼee fi obboleessa quxisuu inni dulluma keessa dhalche tokko qabna.+ Obboleessi isaa garuu duʼeera;+ ilmaan haadha isaa keessaas kan hafe isa qofa dha;+ abbaan isaa immoo isa jaallata’ jennee deebisne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi