18 Duʼuu ishii yeroo xinnoo dura (ishiin duʼuu jala geessee waan turteef), maqaa isaa Benʼonii jettee moggaaste; abbaan isaa garuu maqaa isaa Biiniyaam+ jedhee moggaase. 19 Raahelis ni duute; karaa gara Efraataa, jechuunis gara Beetaliheemitti geessu irrattis ni awwaalamte.+