Uumama 4:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Seetis ilma ni dhalche; maqaa isaas Eenosh+ jedhee moggaase. Yeroo sanatti namoonni maqaa Yihowaa waamuu jalqaban. Luqaas 3:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;Yoseef ilma Heelii, Luqaas 3:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Qaayinaan ilma Eenosh,+Eenosh ilma Seet,+Seet ilma Addaam,+Addaam ilma Waaqayyoo.
26 Seetis ilma ni dhalche; maqaa isaas Eenosh+ jedhee moggaase. Yeroo sanatti namoonni maqaa Yihowaa waamuu jalqaban.
23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;Yoseef ilma Heelii, Luqaas 3:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Qaayinaan ilma Eenosh,+Eenosh ilma Seet,+Seet ilma Addaam,+Addaam ilma Waaqayyoo.