Ermiyaas 8:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Giiliyaad keessa baalsaamiin* hin jiruu?+ Yookiin kan fayyisu* achi hin jiruu?+ Maarree, intalli saba kootii dhukkuba irraa kan hin fayyine maaliifi?+ Hisqiʼel 27:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘“Yihudaanii fi biyyi Israaʼel sii wajjin bittaa fi gurgurtaa raawwataniiru; qamadii magaalaa Miinit,+ nyaata filatamaa, damma,+ zayitii fi baalsaamiidhaan+ shaqaxa kee jijjiirrataniiru.+
22 Giiliyaad keessa baalsaamiin* hin jiruu?+ Yookiin kan fayyisu* achi hin jiruu?+ Maarree, intalli saba kootii dhukkuba irraa kan hin fayyine maaliifi?+
17 “‘“Yihudaanii fi biyyi Israaʼel sii wajjin bittaa fi gurgurtaa raawwataniiru; qamadii magaalaa Miinit,+ nyaata filatamaa, damma,+ zayitii fi baalsaamiidhaan+ shaqaxa kee jijjiirrataniiru.+