-
Faarfannaa 105:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Waaqayyo sabni isaa baayʼee akka horan godhe;+
Diinota isaanii caalaas jajjaboo akka taʼan godhe;+
-
Hojii Ergamootaa 7:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Waadaan Waaqayyo Abrahaamiif gale yommuu raawwatamuu jala gaʼus, sabichi Gibxii keessatti baayʼachaa deeme;
-
-
-