LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ilmaan isaa Yisihaaqii fi Ishmaaʼelis holqa Maakfelaa keessatti isa awwaalan; holqi kun maasii Efroon ilma Zohaar Heetichaa keessatti kan argamu yeroo taʼu, Maamreetti dhihoo jira ture;+ 10 maasiin kun isa Abrahaam ilmaan Heet irraa bite dha. Abrahaamis bakka haati manaa isaa Saaraan itti awwaalamte kanatti ni awwaalame.+

  • Uumama 49:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Sana booda ajaja akkana jedhu isaaniif kenne: “Ani gara saba kootti walitti qabamuufan jedha.*+ Abbootii koo wajjin holqa maasii Efroon Heetichaa keessa jiru keessatti na awwaalaa;+ 30 holqa biyya Kanaʼaan keessatti maasii Maakfelaa keessa jiruu fi Maamree fuulduratti argamu, jechuunis maasii iddoo awwaalchaa akka taʼuuf Abrahaam Efroon Heeticha irraa bite keessa jiru keessatti na awwaalaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi