8 Ilmaan Kaam, Kuush,+ Mizraayiim, Puutii fi Kanaʼaan turan.+
9 Ilmaan Kuush, Seebaa,+ Hawiilaa, Saabtaa, Raaʼaamaa+ fi Saabtekaa turan.
Ilmaan Raaʼaamaa, Sheebaa fi Deedaan turan.+
10 Kuush Naamrudiin dhalche.+ Naamrud lafa irratti nama jabaa isa jalqabaa ture.