Uumama 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, cubbuun Amoorotaa amma iyyuu safarri isaa waan hin guunneef,+ isaan dhaloota arfaffaatti asitti ni deebiʼu.”+ Keessa Deebii 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne;
16 Haa taʼu malee, cubbuun Amoorotaa amma iyyuu safarri isaa waan hin guunneef,+ isaan dhaloota arfaffaatti asitti ni deebiʼu.”+
8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne;