LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yommuu gara Gibxiitti seenuuf jedhanis haadha manaa isaa Saaraayiin akkana jedhe: “Maaloo na dhagaʼi! Ati baayʼee bareedduu akka taate beeka.+

  • Uumama 17:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Waaqayyo Abrahaamiin akkana jedhe: “Maqaan ishii Saaraa* waan jedhamuuf, kana booda haadha manaa tee Saaraayiin,*+ Saaraay jettee hin waamin.

  • Uumama 20:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, ishiin dhuguma iyyuu obboleettii tiyya; ishiin intala haadha tiyyaa taʼuu baattus, intala abbaa kootii ti; boodas haadha manaa tiyya taate.+ 13 Waaqayyo mana abbaa koo keessaa baʼee akkan jooru yeroo na godhetti+ ani, ‘Ati akka kanaan jaalala amanamaa natti argisiista; bakka dhaqnu hundumaatti waaʼee koo, “Inni obboleessa koo ti” jedhii dubbadhu’ ishiidhaan nan jedhe.”+

  • 1 Pheexiros 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Saaraan Abrahaamiin “gooftaa koo” jettee waamuudhaan isaaf ni ajajamti turte.+ Isinis waan gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi sodaadhaan yoo moʼamuu baattan+ ijoollee ishii taatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi