LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+

  • Faarfannaa 146:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+

      Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+

  • Lallaba 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.

  • Lallaba 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Awwaala* isa itti deemtu keessa hojiin, karoorri, beekumsis taʼe ogummaan waan hin jirreef,+ wanta gochuu dandeessu kam iyyuu humna kee guutuudhaan raawwadhu.

  • Hisqiʼel 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kunoo, lubbuun* hundi kan koo ti. Akkuma lubbuun abbaa kan koo taʼe, lubbuun ilmaas kan koo ti. Lubbuun* cubbuu hojjetu ni duʼa.

  • Roomaa 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+

  • 1 Qorontos 15:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Akkuma hundi isaanii karaa Addaam duʼan,+ hundi isaanii karaa Kiristoos ni jiraachifamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi