LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miilkiyaas 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, ani wal hiikuu nan jibba”*+ jedha Yihowaan Waaqni Israaʼel; “nama jalʼinaan uffata isaa faalus* nan jibba” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “Hafuura keessan eeggadhaa; gantummaas hin raawwatinaa.+

  • Maatewos 19:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 ‘Kanaan kan kaʼes, namni abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa, haadha manaa isaattis ni maxxana; lamaan isaanii foon tokko taʼu’+ jedheera.

  • Maarqos 10:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaan kan kaʼes, namni abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa;+ 8 lamaan isaanii foon tokko taʼu’;+ kanaafuu, isaan sana booda foon tokko dha malee lama miti.

  • Roomaa 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Fakkeenyaaf, dubartiin heerumte hanga abbaan manaa ishii lubbuudhaan jirutti seeraan isatti hidhamteetti; abbaan manaa ishii yoo duʼe garuu, seera abbaa manaa ishii irraa ni hiikamti.+

  • 1 Qorontos 6:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Namni sagaagaltuutti maxxanu ishii wajjin qaama tokko akka taʼu hin beektanii? Sababiin isaas, inni, “lamaan isaanii foon tokko taʼu”+ jedheera.

  • Efesoon 5:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Kanaan kan kaʼes, namni abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa, haadha manaa isaattis ni maxxana;* lamaan isaanii foon tokko taʼu.”+

  • Ibroota 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi