LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kakuun koo inni anaa fi isin gidduutti galame, inni atii fi sanyiin kee warri si booda dhufan eeguu qabdan isa kana dha: Dhiirri isin gidduutti argamu kam iyyuu dhaqna qabamuu qaba.+

  • Uumama 17:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Abrahaamis ilma isaa Ishmaaʼeliin, dhiirota mana isaa keessatti dhalatan hundumaa fi dhiirota maallaqaan bite hundumaa, akkasumas dhiirota mana isaa keessa jiran hundumaa fuudhee akkuma Waaqayyo isatti dubbatetti guyyuma sanatti foon qolofa isaanii isaan irraa ni mure.+

  • Uumama 22:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Abrahaamis ganama bariidhaan kaʼee harree isaa feʼate; achiis tajaajiltoota isaa lamaa fi ilma isaa Yisihaaqiin fudhatee kaʼe. Qoraan aarsaa gubamu sanaaf taʼu ni falaxe; achiis kaʼee gara bakka Waaqni dhugaan isatti argisiisetti qajeele.

  • Uumama 22:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis, “Mucicha hin miidhin; wanta tokko illees isa irratti hin raawwatin; ati nama Waaqayyoon sodaatu taʼuu kee ani amma beekeera; sababiin isaas, ati ilma kee isa tokkicha na hin dhowwanne” isaan jedhe.+

  • Ibroota 11:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Abrahaam+ yommuu waamame, iddoo akka dhaalaatti fudhachuuf jedhu sana dhaquuf amantiidhaan ajajame; eessa akka dhaqu kan hin beekne taʼus, iddoo jiraatu dhiisee baʼe.+

  • Yaaqoob 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Abbaan keenya Abrahaam qajeelaa jedhamee kan waamame ilma isaa Yisihaaqiin iddoo aarsaa irratti erga dhiheessee booda hojiidhaan mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi