-
Uumama 22:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Dhuma irrattis bakka Waaqni dhugaan isatti argisiise sana bira gaʼan; Abrahaamis bakka sanatti iddoo aarsaa ijaaree achi irratti qoraan tarreessee wal irra naqe. Harkaa fi miila Yisihaaq hidhees iddoo aarsaa sana irratti qoraanicha irra isa ciibse.+
-
-
Uumama 22:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis, “Mucicha hin miidhin; wanta tokko illees isa irratti hin raawwatin; ati nama Waaqayyoon sodaatu taʼuu kee ani amma beekeera; sababiin isaas, ati ilma kee isa tokkicha na hin dhowwanne” isaan jedhe.+
-