-
Uumama 28:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Kanaafuu, Yisihaaq Yaaqoobiin waamee erga eebbisee booda akkana jedhee isa ajaje: “Shamarran Kanaʼaan keessaa haadha manaa hin fuudhin.+
-
-
Uumama 28:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waaqni Inni Hundumaa Dandaʼu si eebbisa; ijoollee hedduu siif ni kenna; si baayʼisas; atis dhugumaan gumii namoota hedduu ni taata.+
-