-
Uumama 27:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Abbaan isaa Yisihaaq garuu, “Kunoo, ani si irratti gooftaa akka taʼuuf isa muudeera;+ tajaajiltoota akka isaaf taʼaniif obboloota isaa hundumaa isaaf kenneera; isa deggeruufis midhaanii fi wayinii haaraa isaaf kenneera.+ Yaa ilma koo, wantan siif kennuu dandaʼu akkamiitu hafe ree?” jedhee Esaawuuf deebise.
-
-
Keessa Deebii 7:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Inni si jaallata, si eebbisa, si baayʼisas. Eeyyee, inni biyya siif kennuuf abbootii keetiif kakate keessatti+ ijoollee hedduu siif kennuudhaan,*+ oomisha lafa keetiitiin, oomisha midhaan keetiitiin, oomisha wayinii haaraa keetiitiin, oomisha zayitii keetiitiin,+ jabbilee horii keetii fi ilmoolee bushaayee* keetiitiin si eebbisa.
-