LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yihowaanis, “Sabni lama gadameessa kee keessa jira;+ uummanni si keessaa baʼan lamaanis adda adda ni baʼu;+ sabni inni tokko saba isa kan biraa irra kan cimu taʼa;+ inni angafaas isa quxisuu ni tajaajila”+ ishiidhaan jedhe.

  • Uumama 27:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Namoonni si haa tajaajilan; saboonnis siif haa sagadan. Obboloota kee irratti gooftaa taʼi; ilmaan haadha tees siif haa sagadan.+ Kan si abaaru hundi abaaramaa haa taʼu; kan si eebbisu hundis eebbifamaa haa taʼu.”+

  • Roomaa 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Taʼus yeroo sanatti qofa utuu hin taʼin, yeroo Ribqaan abbaa keenya Yisihaaqiif ijoollee lakkuu ulfooftettis waadaan kun galamee ture;+

  • Roomaa 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Inni angafaa isa quxisuudhaaf garbicha taʼa” jedhamee ishiitti himame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi