Uumama 28:18, 19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kanaafuu, Yaaqoob ganama bariidhaan kaʼee dhagaa boraafate sana fuudhee akka siidaatti dhaabe; achiis fiixee isaa irratti zayitii dhangalaase.+ 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.
18 Kanaafuu, Yaaqoob ganama bariidhaan kaʼee dhagaa boraafate sana fuudhee akka siidaatti dhaabe; achiis fiixee isaa irratti zayitii dhangalaase.+ 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.