Yohaannis 1:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Achiis, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, samiin banamee maleekonni Waaqayyoo gara Ilma namaatti yommuu ol baʼanii fi gad buʼan+ ni argitu” isaan jedhe. Ibroota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera. Ibroota 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?
51 Achiis, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, samiin banamee maleekonni Waaqayyoo gara Ilma namaatti yommuu ol baʼanii fi gad buʼan+ ni argitu” isaan jedhe.
7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera.
14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?