Uumama 35:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Sana booda Waaqayyo Yaaqoobiin, “Kaʼi, gara Beetelitti+ ol baʼiitii achi jiraadhu; bakka sanattis Waaqa dhugaa isa yeroo obboleessa kee Esaawu jalaa baqachaa+ turtetti sitti mulʼate sanaaf iddoo aarsaa ijaari” jedhe.
35 Sana booda Waaqayyo Yaaqoobiin, “Kaʼi, gara Beetelitti+ ol baʼiitii achi jiraadhu; bakka sanattis Waaqa dhugaa isa yeroo obboleessa kee Esaawu jalaa baqachaa+ turtetti sitti mulʼate sanaaf iddoo aarsaa ijaari” jedhe.