LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 43:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, abbaan isaanii Israaʼel akkana isaaniin jedhe: “Kun dirqama taʼuu qaba yoo taʼe, akkana godhaa: Oomishawwan biyyattii hundumaa irra wayyan, jechuunis baalsaamii+ xinnoo, damma xinnoo, haphee foolii gaarii qabu, qola mukaa haphee qabu,+ lawuzii* fi almoondii karaciitii* keessanitti qabadhaatii akka kennaatti namichaaf geessaa.+

  • 1 Saamuʼel 25:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Abigaayil+ yeruma sana daabboo 200, daadhii wayinii hubboo guguddaa lama, hoolaa qalamee qopheeffame shan, akaayii safartuu siihii* shan, bixxillee zabiibii 100 fi bixxillee harbuu 200 fuutee hunduma isaa harroota irratti feete.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi