Iyyaasuu 24:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Lafeen Yoseef+ inni Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa fuudhanii baʼan lafa xinnoo Yaaqoob ilmaan Hamoor+ irraa meetii 100n bite keessatti awwaalamee ture;+ Sheekem ilmaan Hamoor keessaa tokko ture; iddoon sunis dhaala ilmaan Yoseef ni taʼe.+ Hojii Ergamootaa 7:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, Yaaqoob gara Gibxiitti gad ni buʼe;+ inni achitti ni duʼe;+ abbootiin keenyas achitti duʼan.+ 16 Lafeen isaanii gara Sheekemitti geeffamee, awwaala Abrahaam Sheekem keessatti ilmaan Hamoor irraa maallaqa meetiitiin bite keessa kaaʼame.+
32 Lafeen Yoseef+ inni Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa fuudhanii baʼan lafa xinnoo Yaaqoob ilmaan Hamoor+ irraa meetii 100n bite keessatti awwaalamee ture;+ Sheekem ilmaan Hamoor keessaa tokko ture; iddoon sunis dhaala ilmaan Yoseef ni taʼe.+
15 Kanaafuu, Yaaqoob gara Gibxiitti gad ni buʼe;+ inni achitti ni duʼe;+ abbootiin keenyas achitti duʼan.+ 16 Lafeen isaanii gara Sheekemitti geeffamee, awwaala Abrahaam Sheekem keessatti ilmaan Hamoor irraa maallaqa meetiitiin bite keessa kaaʼame.+