LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 33:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yaaqoob Phaadaan Aaraamii+ baʼee erga deemee booda, magaalaa Sheekem+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtu nagaadhaan ni gaʼe; magaalattii biras ni buufate. 19 Achiis lafa xinnoo bakka dunkaana isaa itti dhaabbate sana ilmaan Hamoor irraa meetii 100n kan bite yeroo taʼu, Sheekem ilmaan Hamoor keessaa tokko ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi