Zakkaariyaas 8:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Wanti isin gochuu qabdan kana dha: Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa;+ murtiin isin karra keessan irratti kennitanis dhugaa fi nagaa kan babalʼisu haa taʼu.+
16 “‘Wanti isin gochuu qabdan kana dha: Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa;+ murtiin isin karra keessan irratti kennitanis dhugaa fi nagaa kan babalʼisu haa taʼu.+