Leewwota 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “‘Hin hatinaa;+ hin gowwoomsinaa;+ akkasumas wal hin sobinaa. Fakkeenya 12:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Arrabni dhugaa dubbatu bara baraaf jiraata,+Arrabni sobu garuu yeroo xinnoodhaaf qofa tura.+ Efesoon 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+
25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+