LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Namni* tokko wanta imaanaadhaan isatti kenname yookiin wanta isa bira kaaʼamee wajjin haala wal qabateen+ nama kan biraa gowwoomsee Yihowaadhaaf amanamaa utuu hin taʼin hafuudhaan cubbuu yoo hojjete+ yookiin nama kan biraa yoo saame yookiin yoo gowwoomse

  • Fakkeenya 12:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Arrabni sobu Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,+

      Warri amanamoo taʼan garuu isa ni gammachiisu.

  • Efesoon 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi